Daily Contact

You are on peak! Just go and read!

BEEKSISA

Life is up and down

DHUGAA JIREENYAA

Jireenya keessatti Leenci Cimaan Caccabsee nyaatu, Ari’ee qabatu amma dulloomee kana booda of adamsuu, ajjeesuu ykn ofirraa ittisuu hin danda’u.

Hanga dadhabutti ni aada, ni boo’a, sana booda waraabessaan marfamee, cicciramee ni nyaatama.

Jireenyi gabaabduudha, wanti leenca mudate nu ilma namaas ni mudata.

Bara baraan dargaggeessa hin taanu.
Yeroo hunda cimaa hin taanu.
Yeroo hunda gubbaa hin taanu.
Yeroo hunda hogganaa hin taanu.
Yeroo hunda mootii bosonaa ykn mootii jireenyaa hin taanu.

Hanga Waaqayyo fi jireenyi carraa nuuf kennutti gad of deebisnee, of tuulummaa fi tuffii haa dhiisnu.

Sababni isaas yeroo gabaabaa keessatti ati har’aa kun si miti!

Madda: Bilisa Negash

Bilisa Ne

I am Bilisa Negash, I am social media developer, motivator, personal development advisor Do you want to be positive thinker? Kindly follow my blog! if you have any comments, feel free and contact me I'm here to assist you. Thank you for visiting!

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *